Al-Anbiya · 53/112
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anbiya
قَالُوا وَجَدْنَا آبَاءَنَا لَهَا عَابِدِينَ ۝٥٣
Qaaloo wajadnaaa aabaaa`anaa lahaa `aabideen
📖 Afaan Oromoon
[Isaan] ni jedhan: “Abbootii keenya kan ishee gabbaran agarre.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 51-55 — Suuratu Al-Anbiya

51۞ وَلَقَدْ آتَيْنَا إِبْرَاهِيمَ رُشْدَهُ مِن قَبْلُ وَكُنَّا بِهِ عَالِمِينَ
Dhugumatti, Nuti kana duras qajeelfama Ibraahiimiif kenninee jirraNuti isa beekoo taanee jirra
52إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَا هَٰذِهِ التَّمَاثِيلُ الَّتِي أَنتُمْ لَهَا عَاكِفُونَ
Yeroo inni abbaafi ummata isaatiin “Siidaawwan isin (Ibaadaaf) ishee irra teessan kun maali?” jedhe (kennineef)
53قَالُوا وَجَدْنَا آبَاءَنَا لَهَا عَابِدِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Abbootii keenya kan ishee gabbaran agarre.”
54قَالَ لَقَدْ كُنتُمْ أَنتُمْ وَآبَاؤُكُمْ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
[Inni] ni jedhe: “Dhugumatti, isiniifi abbootiin keessanis jallina ifa bahaa keessa jirtan.”
55قَالُوا أَجِئْتَنَا بِالْحَقِّ أَمْ أَنتَ مِنَ اللَّاعِبِينَ
[Isaan] ni jedhaniin: “Sila dhugaan nutti dhufte moo ati warra taphatan irraayi?”
Al-AnbiyaTarreeffama Qur'ana
112Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Al-Anbiya 53

Suuratu Al-Anbiya Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Isaan] ni jedhan: “Abbootii keenya kan ishee gabbaran agarre.”

Suuratu Aayah 53/112 — Suuratu Al-Anbiya الأنبياء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anbiya Caqasi, Suuratu Al-Anbiya Hiikkaa, Suuratu Al-Anbiya mp3, Suuratu Al-Anbiya pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers