Al-Hajj · 58/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hajj
وَالَّذِينَ هَاجَرُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ ثُمَّ قُتِلُوا أَوْ مَاتُوا لَيَرْزُقَنَّهُمُ اللَّهُ رِزْقًا حَسَنًا ۚ وَإِنَّ اللَّهَ لَهُوَ خَيْرُ الرَّازِقِينَ ۝٥٨
Wallazeena haajaroo fee sabeelil laahi summa qutilooo law maatoo la yarzuqan nahumul laahu rizqan hasanaa; wa innal laaha la Huwa khairur raaziqeen
📖 Afaan Oromoon
Isaan karaa Rabbii keessatti godaananii, ergasii ajjeefaman yookiin du’an, dhugumatti, Rabbiin kennaa gaarii isaanii kennuuf jiraDhugumatti, Rabbiin Isatu irra caalaa kennitootaati

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 56-60 — Suuratu Al-Hajj

56الْمُلْكُ يَوْمَئِذٍ لِّلَّهِ يَحْكُمُ بَيْنَهُمْ ۚ فَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Mootummaan guyyaa san kan AllaahtiGidduu isaaniitti ni murteessaIsaan amananii, gaggaarii hojjatan Jannata qananii keessa ta’u
57وَالَّذِينَ كَفَرُوا وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا فَأُولَٰئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ مُّهِينٌ
Isaan kafaranii, keeyyattoota keenya sobsiisan, warri sun adabbii (jahannam kan) salphisaa ta’etu isaaniif jira
58وَالَّذِينَ هَاجَرُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ ثُمَّ قُتِلُوا أَوْ مَاتُوا لَيَرْزُقَنَّهُمُ اللَّهُ رِزْقًا حَسَنًا ۚ وَإِنَّ اللَّهَ لَهُوَ خَيْرُ الرَّازِقِينَ
Isaan karaa Rabbii keessatti godaananii, ergasii ajjeefaman yookiin du’an, dhugumatti, Rabbiin kennaa gaarii isaanii kennuuf jiraDhugumatti, Rabbiin Isatu irra caalaa kennitootaati
59لَيُدْخِلَنَّهُم مُّدْخَلًا يَرْضَوْنَهُ ۗ وَإِنَّ اللَّهَ لَعَلِيمٌ حَلِيمٌ
Dhugumatti, Inni isaan seensa isa jaallatan seensisaDhugumatti, Rabbiin beekaa, obsaadha
60۞ ذَٰلِكَ وَمَنْ عَاقَبَ بِمِثْلِ مَا عُوقِبَ بِهِ ثُمَّ بُغِيَ عَلَيْهِ لَيَنصُرَنَّهُ اللَّهُ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَعَفُوٌّ غَفُورٌ
(Dubbiin) akkanaNamni fakkaataa waan ittiin miidhameetiin haaloo bahatee, ergasii isa irratti itti roorrifame, dhugumatti, Rabbiin isa tumsaDhugumatti, Rabbiin irra namaaf dabraa, araaramaadha
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 58

Suuratu Al-Hajj Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan karaa Rabbii keessatti godaananii, ergasii ajjeefaman yookiin du’an, dhugumatti,…

Suuratu Aayah 58/78 — Suuratu Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hajj Caqasi, Suuratu Al-Hajj Hiikkaa, Suuratu Al-Hajj mp3, Suuratu Al-Hajj pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers