Al-Mu'minun · 7/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ ۝٧
Famanib taghaa waraaa`a zaalika fa ulaaa`ika humul `aadoon
📖 Afaan Oromoon
Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Mu'minun

5وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha
6إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Haadha manaa isaanii yookiin waan mirgi isaanii dhuunfatte irratti maleeDhugumatti, isaan komatamoo miti
7فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha
8وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Isaan warra amaanaa isaaniitiifi waadaa isaaniis tikfatoo ta’aniidha
9وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَوَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan warra salaata isaanii irratti tikfataniidha
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 7

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha

Suuratu Aayah 7/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers