Al-Mu'minun · 6/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ ۝٦
Illaa `alaaa azwaajihim aw maa malakat aimaanuhum fa innahum ghairu maloomeen
📖 Afaan Oromoon
Haadha manaa isaanii yookiin waan mirgi isaanii dhuunfatte irratti maleeDhugumatti, isaan komatamoo miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Mu'minun

4وَالَّذِينَ هُمْ لِلزَّكَاةِ فَاعِلُونَ
Isaan warra zakaas raawwataniidha
5وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan warra qaama saalaa isaanii tikfatoo ta’aniidha
6إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Haadha manaa isaanii yookiin waan mirgi isaanii dhuunfatte irratti maleeDhugumatti, isaan komatamoo miti
7فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha
8وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Isaan warra amaanaa isaaniitiifi waadaa isaaniis tikfatoo ta’aniidha
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 6

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haadha manaa isaanii yookiin waan mirgi isaanii dhuunfatte irratti maleeDhugumatti,…

Suuratu Aayah 6/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers