Al-Mu'minun · 87/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
سَيَقُولُونَ لِلَّهِ ۚ قُلْ أَفَلَا تَتَّقُونَ ۝٨٧
Sa yaqooloona lillaah; qul afalaa tattaqoon
📖 Afaan Oromoon
“Kan Rabbiiti” jechuuf jiru“Sila isin Allaah hin sodaattanuu?” jedhiin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 85-89 — Suuratu Al-Mu'minun

85سَيَقُولُونَ لِلَّهِ ۚ قُلْ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
“Kan Rabbiiti” jedhu“Sila isin hin gorfamtanuu?" jedhi
86قُلْ مَن رَّبُّ السَّمَاوَاتِ السَّبْعِ وَرَبُّ الْعَرْشِ الْعَظِيمِ
“Gooftaan samii torbaniifi Gooftaan Arshii guddaa eenyu?” jedhi
87سَيَقُولُونَ لِلَّهِ ۚ قُلْ أَفَلَا تَتَّقُونَ
“Kan Rabbiiti” jechuuf jiru“Sila isin Allaah hin sodaattanuu?” jedhiin
88قُلْ مَن بِيَدِهِ مَلَكُوتُ كُلِّ شَيْءٍ وَهُوَ يُجِيرُ وَلَا يُجَارُ عَلَيْهِ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
“Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru innis kan tiksu; isa irratti kan hin tikfamne, yoo kan bektan taatan eenyu?” jedhiin
89سَيَقُولُونَ لِلَّهِ ۚ قُلْ فَأَنَّىٰ تُسْحَرُونَ
“Kan Allaahti” jedhu“Akkam (dhugaa) irraa garagalfamtu ree?” jedhiin
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
87Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 87

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 87 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Kan Rabbiiti” jechuuf jiru“Sila isin Allaah hin sodaattanuu?” jedhiin

Suuratu Aayah 87/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 85–89. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers