Ash-Shu'ara · 105/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
كَذَّبَتْ قَوْمُ نُوحٍ الْمُرْسَلِينَ ۝١٠٥
Kazzabat qawmu Noohinil Mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 103-107 — Ash-Shu'ara

103إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
104وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha
105كَذَّبَتْ قَوْمُ نُوحٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti
106إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ نُوحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
107إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
105Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 105

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 105 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti

Suuratu Aayah 105/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 103–107. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers