Ash-Shu'ara · 111/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
۞ قَالُوا أَنُؤْمِنُ لَكَ وَاتَّبَعَكَ الْأَرْذَلُونَ ۝١١١
Qaalooo anu`minu laka wattaba `akal arzaloon
📖 Afaan Oromoon
[Ummanni isaas] “sila nuti odoo warri gadi aanoon si hordofanii jiranuu siif amannaa?” jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 109-113 — Ash-Shu'ara

109وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irratti malee hin taane
110فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaaAjaja kiyyas fudhaa.”
111۞ قَالُوا أَنُؤْمِنُ لَكَ وَاتَّبَعَكَ الْأَرْذَلُونَ
[Ummanni isaas] “sila nuti odoo warri gadi aanoon si hordofanii jiranuu siif amannaa?” jedhan
112قَالَ وَمَا عِلْمِي بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
[Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka
113إِنْ حِسَابُهُمْ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّي ۖ لَوْ تَشْعُرُونَ
Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
111Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 111

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 111 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Ummanni isaas] “sila nuti odoo warri gadi aanoon si hordofanii…

Suuratu Aayah 111/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 109–113. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers