Ash-Shu'ara · 112/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالَ وَمَا عِلْمِي بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ ۝١١٢
Qaala wa maa `ilmee bimaa kaanoo ya`maloon
📖 Afaan Oromoon
[Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka

🎧 Caqasi


📜 Aayah 110-114 — Ash-Shu'ara

110فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaaAjaja kiyyas fudhaa.”
111۞ قَالُوا أَنُؤْمِنُ لَكَ وَاتَّبَعَكَ الْأَرْذَلُونَ
[Ummanni isaas] “sila nuti odoo warri gadi aanoon si hordofanii jiranuu siif amannaa?” jedhan
112قَالَ وَمَا عِلْمِي بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
[Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka
113إِنْ حِسَابُهُمْ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّي ۖ لَوْ تَشْعُرُونَ
Odoo beektanii qormaanni isaanii Gooftaa kiyya qofa irra malee hin taane
114وَمَا أَنَا بِطَارِدِ الْمُؤْمِنِينَ
Ani ari’aa (fageesaa) Mu’uminootaa hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
112Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 112

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 112 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka

Suuratu Aayah 112/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 110–114. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers