Ash-Shu'ara · 110/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ ۝١١٠
Fattaqul laaha wa atee`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin sodaadhaaAjaja kiyyas fudhaa.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 108-112 — Ash-Shu'ara

108فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
109وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irratti malee hin taane
110فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaaAjaja kiyyas fudhaa.”
111۞ قَالُوا أَنُؤْمِنُ لَكَ وَاتَّبَعَكَ الْأَرْذَلُونَ
[Ummanni isaas] “sila nuti odoo warri gadi aanoon si hordofanii jiranuu siif amannaa?” jedhan
112قَالَ وَمَا عِلْمِي بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
[Innis] ni jedhe: “Waan isaan dalagaa turan maalittin beeka
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
110Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 110

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 110 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin sodaadhaaAjaja kiyyas fudhaa.”

Suuratu Aayah 110/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 108–112. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers