Ash-Shu'ara · 121/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝١٢١
Inna fee zaalika la Aayaah; wa maa kaana aksaruhum mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 119-123 — Suuratu Ash-Shu'ara

119فَأَنجَيْنَاهُ وَمَن مَّعَهُ فِي الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Nutis isaafi namoota isa waliin turan doonii guutamte keessatti isaan baraarsine
120ثُمَّ أَغْرَقْنَا بَعْدُ الْبَاقِينَ
Ergasii booda [bilisa isaan baasuutii] warra hafan ni dhidhimsine
121إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
122وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
123كَذَّبَتْ عَادٌ الْمُرْسَلِينَ
Aad (ummanni huud) ergamtoota sobsiifte
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
121Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 121

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 121 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin…

Suuratu Aayah 121/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 119–123. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers