Ash-Shu'ara · 120/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
ثُمَّ أَغْرَقْنَا بَعْدُ الْبَاقِينَ ۝١٢٠
Summa aghraqnaa ba`dul baaqeen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii booda [bilisa isaan baasuutii] warra hafan ni dhidhimsine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 118-122 — Suuratu Ash-Shu'ara

118فَافْتَحْ بَيْنِي وَبَيْنَهُمْ فَتْحًا وَنَجِّنِي وَمَن مَّعِيَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Ati gidduu kiyyaafi gidduu isaaniitti murtii [haqaa] murteessiAnaafi Mu’uminoota irraa nama na waliin ta’anis baraarsi.”
119فَأَنجَيْنَاهُ وَمَن مَّعَهُ فِي الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Nutis isaafi namoota isa waliin turan doonii guutamte keessatti isaan baraarsine
120ثُمَّ أَغْرَقْنَا بَعْدُ الْبَاقِينَ
Ergasii booda [bilisa isaan baasuutii] warra hafan ni dhidhimsine
121إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
122وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
120Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 120

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 120 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii booda [bilisa isaan baasuutii] warra hafan ni dhidhimsine

Suuratu Aayah 120/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 118–122. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers