Ash-Shu'ara · 159/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝١٥٩
Wa inna Rabbaka la Huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 157-161 — Suuratu Ash-Shu'ara

157فَعَقَرُوهَا فَأَصْبَحُوا نَادِمِينَ
Ishee waraananii yeroma san sheena’oota ta’an
158فَأَخَذَهُمُ الْعَذَابُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Adabbichis isaan qabateDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
159وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
160كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte
161إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ لُوطٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
159Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 159

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 159 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 159/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 157–161. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers