Ash-Shu'ara · 160/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ الْمُرْسَلِينَ ۝١٦٠
kazzabat qawmu Lootinil mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 158-162 — Ash-Shu'ara

158فَأَخَذَهُمُ الْعَذَابُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Adabbichis isaan qabateDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
159وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
160كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte
161إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ لُوطٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
162إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Dhugumatti, ani isiniif ergamaa amanamaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
160Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 160

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 160 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte

Suuratu Aayah 160/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 158–162. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers