Ash-Shu'ara · 158/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَأَخَذَهُمُ الْعَذَابُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝١٥٨
Fa akhazahumul `azaab; inna fee zaalika la Aayah; wa maa kaana aksaruhum m`mineen
📖 Afaan Oromoon
Adabbichis isaan qabateDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
🎧 Caqasi

📜 Aayah 156-160 — Ash-Shu'ara

156وَلَا تَمَسُّوهَا بِسُوءٍ فَيَأْخُذَكُمْ عَذَابُ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Hamtuun ishee hin tuqinaa[Yoo akkas gootan] adabbii guyyaa guddaatu isin mudata.”
157فَعَقَرُوهَا فَأَصْبَحُوا نَادِمِينَ
Ishee waraananii yeroma san sheena’oota ta’an
158فَأَخَذَهُمُ الْعَذَابُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Adabbichis isaan qabateDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
159وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
160كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
158Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 158

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 158 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adabbichis isaan qabateDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota…

Suuratu Aayah 158/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 156–160. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers