Ash-Shu'ara · 200/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
كَذَٰلِكَ سَلَكْنَاهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ ۝٢٠٠
Kazaalika salaknaahu fee quloobil mujrimeen
📖 Afaan Oromoon
Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 198-202 — Suuratu Ash-Shu'ara

198وَلَوْ نَزَّلْنَاهُ عَلَىٰ بَعْضِ الْأَعْجَمِينَ
Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee
199فَقَرَأَهُ عَلَيْهِم مَّا كَانُوا بِهِ مُؤْمِنِينَ
Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane
200كَذَٰلِكَ سَلَكْنَاهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne
201لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu
202فَيَأْتِيَهُم بَغْتَةً وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Inni (adabbichi) odoo isaan hin beekin tasa isaanitti dhufa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
200Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 200

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 200 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne

Suuratu Aayah 200/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 198–202. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers