Ash-Shu'ara · 199/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَقَرَأَهُ عَلَيْهِم مَّا كَانُوا بِهِ مُؤْمِنِينَ ۝١٩٩
Faqara ahoo `alaihim maa kaanoo bihee mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 197-201 — Suuratu Ash-Shu'ara

197أَوَلَمْ يَكُن لَّهُمْ آيَةً أَن يَعْلَمَهُ عُلَمَاءُ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif) hin ta’uu
198وَلَوْ نَزَّلْنَاهُ عَلَىٰ بَعْضِ الْأَعْجَمِينَ
Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee
199فَقَرَأَهُ عَلَيْهِم مَّا كَانُوا بِهِ مُؤْمِنِينَ
Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane
200كَذَٰلِكَ سَلَكْنَاهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne
201لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Hanga adabbii laalessaa ta’e arganitti isatti hin amananu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
199Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 199

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 199 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane

Suuratu Aayah 199/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 197–201. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers