Ash-Shu'ara · 32/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَأَلْقَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ ثُعْبَانٌ مُّبِينٌ ۝٣٢
Fa alqaa `asaahu fa izaaa hiya su`baanum mubeen
📖 Afaan Oromoon
[Muusaan] ulee isaa ni darbateYeroma san isheen jawwee ifa galaa taate
🎧 Caqasi

📜 Aayah 30-34 — Ash-Shu'ara

30قَالَ أَوَلَوْ جِئْتُكَ بِشَيْءٍ مُّبِينٍ
[Muusaan] “sila odoo waan (ragaa) ifa ta’een sitti dhufeellee moo?” jedhe
31قَالَ فَأْتِ بِهِ إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
[Fir’awn] “yoo warra dhugaa dubbatan irraa taate isa fidi” jedhe
32فَأَلْقَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ ثُعْبَانٌ مُّبِينٌ
[Muusaan] ulee isaa ni darbateYeroma san isheen jawwee ifa galaa taate
33وَنَزَعَ يَدَهُ فَإِذَا هِيَ بَيْضَاءُ لِلنَّاظِرِينَ
Harka isaas [bobaa isaa jalaa] ni baase; Yeroma san isheen warra ilaalaniif adii taate
34قَالَ لِلْمَلَإِ حَوْلَهُ إِنَّ هَٰذَا لَسَاحِرٌ عَلِيمٌ
[Fir’awn] qondaaltota naanna’a isaa jiraniin “dhugumatti, kun saahiree (falfalaa) akkaan beekaadha” jedhe
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 32

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Muusaan] ulee isaa ni darbateYeroma san isheen jawwee ifa galaa…

Suuratu Aayah 32/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers