Ash-Shu'ara · 48/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ ۝٤٨
Rabbi Moosaa wa Haaroon
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 46-50 — Ash-Shu'ara

46فَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan
47قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanne
48رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti.”
49قَالَ آمَنتُمْ لَهُ قَبْلَ أَنْ آذَنَ لَكُمْ ۖ إِنَّهُ لَكَبِيرُكُمُ الَّذِي عَلَّمَكُمُ السِّحْرَ فَلَسَوْفَ تَعْلَمُونَ ۚ لَأُقَطِّعَنَّ أَيْدِيَكُمْ وَأَرْجُلَكُم مِّنْ خِلَافٍ وَلَأُصَلِّبَنَّكُمْ أَجْمَعِينَ
[Fir’awnis] ni jedhe: “Odoo ani isiniif hin eeyyamin isatti amantanii? Dhugumatti, inni hayyuu keessan kan sihrii isin barsiiseedhaFuuldurattis [waan ta’u] beekuuf jirtuDhugumatti, ani Harka keessaniifi Luka keessan wal-faallessuudhaan isin irraan mummuraDhugumatti hunduma keessan isinin fannisa.”
50قَالُوا لَا ضَيْرَ ۖ إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا مُنقَلِبُونَ
Ni jedhan: “Miidhaan [nurra] hin jiru! Dhugumatti, nuti gara Gooftaa keenyaa deebi’oodha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 48

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa Muusaafi Haaruunitti.”

Suuratu Aayah 48/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers