Ash-Shu'ara · 56/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّا لَجَمِيعٌ حَاذِرُونَ ۝٥٦
Wa innaa lajamee`un haaziroon
📖 Afaan Oromoon
Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu Ash-Shu'ara

54إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَشِرْذِمَةٌ قَلِيلُونَ
“Dhugumatti warri kun gareewwan xiqqoodha
55وَإِنَّهُمْ لَنَا لَغَائِظُونَ
Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha
56وَإِنَّا لَجَمِيعٌ حَاذِرُونَ
Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]
57فَأَخْرَجْنَاهُم مِّن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne
58وَكُنُوزٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 56

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]

Suuratu Aayah 56/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers