Ash-Shu'ara · 57/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَأَخْرَجْنَاهُم مِّن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ۝٥٧
Fa akhrajnaahum min Jannaatinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Ash-Shu'ara

55وَإِنَّهُمْ لَنَا لَغَائِظُونَ
Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha
56وَإِنَّا لَجَمِيعٌ حَاذِرُونَ
Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]
57فَأَخْرَجْنَاهُم مِّن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne
58وَكُنُوزٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas
59كَذَٰلِكَ وَأَوْرَثْنَاهَا بَنِي إِسْرَائِيلَ
Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 57

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne

Suuratu Aayah 57/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers