Ash-Shu'ara · 55/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّهُمْ لَنَا لَغَائِظُونَ ۝٥٥
Wa innahum lanaa laghaaa`izoon
📖 Afaan Oromoon
Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 53-57 — Suuratu Ash-Shu'ara

53فَأَرْسَلَ فِرْعَوْنُ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
Fir’awnis magaalota keessatti walitti qabdoota ergee
54إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَشِرْذِمَةٌ قَلِيلُونَ
“Dhugumatti warri kun gareewwan xiqqoodha
55وَإِنَّهُمْ لَنَا لَغَائِظُونَ
Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha
56وَإِنَّا لَجَمِيعٌ حَاذِرُونَ
Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]
57فَأَخْرَجْنَاهُم مِّن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 55

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanis dhugumatti nu dallansiisoodha

Suuratu Aayah 55/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers