Ash-Shu'ara · 58/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَكُنُوزٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ ۝٥٨
Wa kunoozinw wa ma qaamin kareem
📖 Afaan Oromoon
Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas

🎧 Caqasi


📜 Aayah 56-60 — Suuratu Ash-Shu'ara

56وَإِنَّا لَجَمِيعٌ حَاذِرُونَ
Nutis baay’ee of eegdota” [jedhe]
57فَأَخْرَجْنَاهُم مِّن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne
58وَكُنُوزٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas
59كَذَٰلِكَ وَأَوْرَثْنَاهَا بَنِي إِسْرَائِيلَ
Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne
60فَأَتْبَعُوهُم مُّشْرِقِينَ
Bariifatoo ta’anii isaan hordofan
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 58

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas

Suuratu Aayah 58/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers