Ash-Shu'ara · 59/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
كَذَٰلِكَ وَأَوْرَثْنَاهَا بَنِي إِسْرَائِيلَ ۝٥٩
Kazaalika wa awrasnaahaa Baneee Israaa`eel
📖 Afaan Oromoon
Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 57-61 — Suuratu Ash-Shu'ara

57فَأَخْرَجْنَاهُم مِّن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiileefi burqaawwan irraas isaan baafne
58وَكُنُوزٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Kuusaa qabeenyaafi iddoowwan kabajamaa irraas
59كَذَٰلِكَ وَأَوْرَثْنَاهَا بَنِي إِسْرَائِيلَ
Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne
60فَأَتْبَعُوهُم مُّشْرِقِينَ
Bariifatoo ta’anii isaan hordofan
61فَلَمَّا تَرَاءَى الْجَمْعَانِ قَالَ أَصْحَابُ مُوسَىٰ إِنَّا لَمُدْرَكُونَ
Yeroma gareen lamaan wal argan, gareen Muusaa “nuti dhugumatti [garee Fir’awniin] dhaqqabamoodha” jedhan
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
59Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 59

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 59 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanatti Ilmaan Israa’iil ishee dhaalchifne

Suuratu Aayah 59/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 57–61. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers