Ash-Shu'ara · 75/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
قَالَ أَفَرَأَيْتُم مَّا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ ۝٧٥
Qaala afara `aitum maa kuntum ta`budoon
📖 Afaan Oromoon
[Ibraahiim] ni jedhe: “Sila waan gabbaraa turtan hubattanii jirtuu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 73-77 — Suuratu Ash-Shu'ara

73أَوْ يَنفَعُونَكُمْ أَوْ يَضُرُّونَ
Yookiinis isin fayyaduu? Yookiinis isin miidhuu?”
74قَالُوا بَلْ وَجَدْنَا آبَاءَنَا كَذَٰلِكَ يَفْعَلُونَ
[Isaanis] “Lakkisaa; abbootii keenya akkas kan dalagan agarre” jedhan
75قَالَ أَفَرَأَيْتُم مَّا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ
[Ibraahiim] ni jedhe: “Sila waan gabbaraa turtan hubattanii jirtuu
76أَنتُمْ وَآبَاؤُكُمُ الْأَقْدَمُونَ
Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis
77فَإِنَّهُمْ عَدُوٌّ لِّي إِلَّا رَبَّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni jaalalloo kooti)
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 75

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Ibraahiim] ni jedhe: “Sila waan gabbaraa turtan hubattanii jirtuu

Suuratu Aayah 75/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers