Ash-Shu'ara · 76/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
أَنتُمْ وَآبَاؤُكُمُ الْأَقْدَمُونَ ۝٧٦
Antum wa aabaaa`ukumul aqdamoon
📖 Afaan Oromoon
Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis
🎧 Caqasi

📜 Aayah 74-78 — Ash-Shu'ara

74قَالُوا بَلْ وَجَدْنَا آبَاءَنَا كَذَٰلِكَ يَفْعَلُونَ
[Isaanis] “Lakkisaa; abbootii keenya akkas kan dalagan agarre” jedhan
75قَالَ أَفَرَأَيْتُم مَّا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ
[Ibraahiim] ni jedhe: “Sila waan gabbaraa turtan hubattanii jirtuu
76أَنتُمْ وَآبَاؤُكُمُ الْأَقْدَمُونَ
Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis
77فَإِنَّهُمْ عَدُوٌّ لِّي إِلَّا رَبَّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni jaalalloo kooti)
78الَّذِي خَلَقَنِي فَهُوَ يَهْدِينِ
[Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
76Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 76

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 76 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis

Suuratu Aayah 76/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 74–78. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers