Ash-Shu'ara · 86/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَاغْفِرْ لِأَبِي إِنَّهُ كَانَ مِنَ الضَّالِّينَ ۝٨٦
Waghfir li abeee innahoo kaana mind daalleen
📖 Afaan Oromoon
Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 84-88 — Suuratu Ash-Shu'ara

84وَاجْعَل لِّي لِسَانَ صِدْقٍ فِي الْآخِرِينَ
Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi
85وَاجْعَلْنِي مِن وَرَثَةِ جَنَّةِ النَّعِيمِ
Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi
86وَاغْفِرْ لِأَبِي إِنَّهُ كَانَ مِنَ الضَّالِّينَ
Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera
87وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ
Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”
88يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ
Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 86

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera

Suuratu Aayah 86/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers