Ash-Shu'ara · 87/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ ۝٨٧
Wa laa tukhzinee Yawma yub`asoon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 85-89 — Suuratu Ash-Shu'ara

85وَاجْعَلْنِي مِن وَرَثَةِ جَنَّةِ النَّعِيمِ
Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi
86وَاغْفِرْ لِأَبِي إِنَّهُ كَانَ مِنَ الضَّالِّينَ
Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera
87وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ
Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”
88يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ
Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne
89إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
87Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 87

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 87 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”

Suuratu Aayah 87/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 85–89. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers