Ash-Shu'ara · 85/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَاجْعَلْنِي مِن وَرَثَةِ جَنَّةِ النَّعِيمِ ۝٨٥
Waj`alnee minw warasati Jannnatin Na`eem
📖 Afaan Oromoon
Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 83-87 — Ash-Shu'ara

83رَبِّ هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ
Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi
84وَاجْعَل لِّي لِسَانَ صِدْقٍ فِي الْآخِرِينَ
Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi
85وَاجْعَلْنِي مِن وَرَثَةِ جَنَّةِ النَّعِيمِ
Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi
86وَاغْفِرْ لِأَبِي إِنَّهُ كَانَ مِنَ الضَّالِّينَ
Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera
87وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ
Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 85

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi

Suuratu Aayah 85/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers