An-Naml · 78/93
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naml
إِنَّ رَبَّكَ يَقْضِي بَيْنَهُم بِحُكْمِهِ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْعَلِيمُ ۝٧٨
Inna Rabbaka yaqdee bainahum bihukmih; wa Huwal `Azeezul `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin kee murtii Isaatiin gidduu isaanitti murteessaInni injifataa, beekaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 76-80 — An-Naml

76إِنَّ هَٰذَا الْقُرْآنَ يَقُصُّ عَلَىٰ بَنِي إِسْرَائِيلَ أَكْثَرَ الَّذِي هُمْ فِيهِ يَخْتَلِفُونَ
Dhugumatti, Qur’aanni kun Ilmaan Israa’iil irratti irra hedduu waan isaan isa keessatti wal dhabanii isaaniif odeessa
77وَإِنَّهُ لَهُدًى وَرَحْمَةٌ لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti inni mu’uminootaaf qajeelfamaafi rahmata
78إِنَّ رَبَّكَ يَقْضِي بَيْنَهُم بِحُكْمِهِ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْعَلِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee murtii Isaatiin gidduu isaanitti murteessaInni injifataa, beekaadha
79فَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ ۖ إِنَّكَ عَلَى الْحَقِّ الْمُبِينِ
Allaah irratti hirkadhuDhugumatti, ati dhugaa ifa ta’e irra jirta
80إِنَّكَ لَا تُسْمِعُ الْمَوْتَىٰ وَلَا تُسْمِعُ الصُّمَّ الدُّعَاءَ إِذَا وَلَّوْا مُدْبِرِينَ
Dhugumatti, ati namoota du’an hin dhageessiftuNamoota gurri duudes yeroo isaan dugda sitti deebisuun garagalan hin dhageessiftu
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — An-Naml 78

Suuratu An-Naml Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin kee murtii Isaatiin gidduu isaanitti murteessaInni injifataa, beekaadha

Suuratu Aayah 78/93 — An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naml Caqasi, An-Naml Hiikkaa, An-Naml mp3, An-Naml pdf. Aayah 76–80. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers