An-Naml · 79/93
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naml
فَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ ۖ إِنَّكَ عَلَى الْحَقِّ الْمُبِينِ ۝٧٩
Fatawakkal `alal laahi innaka `alal haqqil mubeen
📖 Afaan Oromoon
Allaah irratti hirkadhuDhugumatti, ati dhugaa ifa ta’e irra jirta

🎧 Caqasi


📜 Aayah 77-81 — An-Naml

77وَإِنَّهُ لَهُدًى وَرَحْمَةٌ لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti inni mu’uminootaaf qajeelfamaafi rahmata
78إِنَّ رَبَّكَ يَقْضِي بَيْنَهُم بِحُكْمِهِ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْعَلِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee murtii Isaatiin gidduu isaanitti murteessaInni injifataa, beekaadha
79فَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ ۖ إِنَّكَ عَلَى الْحَقِّ الْمُبِينِ
Allaah irratti hirkadhuDhugumatti, ati dhugaa ifa ta’e irra jirta
80إِنَّكَ لَا تُسْمِعُ الْمَوْتَىٰ وَلَا تُسْمِعُ الصُّمَّ الدُّعَاءَ إِذَا وَلَّوْا مُدْبِرِينَ
Dhugumatti, ati namoota du’an hin dhageessiftuNamoota gurri duudes yeroo isaan dugda sitti deebisuun garagalan hin dhageessiftu
81وَمَا أَنتَ بِهَادِي الْعُمْيِ عَن ضَلَالَتِهِمْ ۖ إِن تُسْمِعُ إِلَّا مَن يُؤْمِنُ بِآيَاتِنَا فَهُم مُّسْلِمُونَ
Namoota jaamaa jallina isaanii irraa kan isaan qajeelchitu hin taaneNamoota Muslimtoota ta’anii keeyyattoota keenyatti amanan malee kan dhageessiftu hin taane
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
79Aayah

Hiikkaa — An-Naml 79

Suuratu An-Naml Aayah 79 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Allaah irratti hirkadhuDhugumatti, ati dhugaa ifa ta’e irra jirta

Suuratu Aayah 79/93 — An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naml Caqasi, An-Naml Hiikkaa, An-Naml mp3, An-Naml pdf. Aayah 77–81. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers