As-Saffat · 115/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَنَجَّيْنَاهُمَا وَقَوْمَهُمَا مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ ۝١١٥
Wa najjainaahumaa wa qawmahumaa minal karbil `azeem
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaaniifi ummata isaanis rakkina guddaa irraa baraarsinee jirra

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 113-117 — Suuratu As-Saffat

113وَبَارَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰ إِسْحَاقَ ۚ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِ مُبِينٌ
Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira
114وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Muusaafi Haaruun irrattis dhugumatti tola oollee jirra
115وَنَجَّيْنَاهُمَا وَقَوْمَهُمَا مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Isaan lamaaniifi ummata isaanis rakkina guddaa irraa baraarsinee jirra
116وَنَصَرْنَاهُمْ فَكَانُوا هُمُ الْغَالِبِينَ
Isaan tumsinee, isaanumatu injifattoota ta’ani
117وَآتَيْنَاهُمَا الْكِتَابَ الْمُسْتَبِينَ
Kitaaba ifa ta’e isaaniif kennine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
115Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 115

Suuratu As-Saffat Aayah 115 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaaniifi ummata isaanis rakkina guddaa irraa baraarsinee jirra

Suuratu Aayah 115/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 113–117. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers