As-Saffat · 137/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَإِنَّكُمْ لَتَمُرُّونَ عَلَيْهِم مُّصْبِحِينَ ۝١٣٧
Wa innakum latamurroona `alaihim musbiheen
📖 Afaan Oromoon
Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 135-139 — As-Saffat

135إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee
136ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda kan biraa hunda ni balleessine
137وَإِنَّكُمْ لَتَمُرُّونَ عَلَيْهِم مُّصْبِحِينَ
Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu
138وَبِاللَّيْلِ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii
139وَإِنَّ يُونُسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
137Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 137

Suuratu As-Saffat Aayah 137 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu

Suuratu Aayah 137/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 135–139. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers