As-Saffat · 138/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَبِاللَّيْلِ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ ۝١٣٨
Wa billail; afalaa ta`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 136-140 — As-Saffat

136ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda kan biraa hunda ni balleessine
137وَإِنَّكُمْ لَتَمُرُّونَ عَلَيْهِم مُّصْبِحِينَ
Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu
138وَبِاللَّيْلِ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii
139وَإِنَّ يُونُسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi
140إِذْ أَبَقَ إِلَى الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
138Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 138

Suuratu As-Saffat Aayah 138 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii

Suuratu Aayah 138/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 136–140. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers