As-Saffat · 136/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ ۝١٣٦
Summa dammarnal aakhareen
📖 Afaan Oromoon
Sana booda kan biraa hunda ni balleessine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 134-138 — Suuratu As-Saffat

134إِذْ نَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]
135إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee
136ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda kan biraa hunda ni balleessine
137وَإِنَّكُمْ لَتَمُرُّونَ عَلَيْهِم مُّصْبِحِينَ
Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu
138وَبِاللَّيْلِ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
136Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 136

Suuratu As-Saffat Aayah 136 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda kan biraa hunda ni balleessine

Suuratu Aayah 136/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 134–138. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Saturday, October 3, 2026

Don't forget us in your sincere prayers