As-Saffat · 36/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُو آلِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍ ۝٣٦
Wa yaqooloona a`innaa lataarikooo aalihatinaa lishaa`irim majnoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu As-Saffat

34إِنَّا كَذَٰلِكَ نَفْعَلُ بِالْمُجْرِمِينَ
Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna
35إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu
36وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُو آلِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍ
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu
37بَلْ جَاءَ بِالْحَقِّ وَصَدَّقَ الْمُرْسَلِينَ
Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse
38إِنَّكُمْ لَذَائِقُو الْعَذَابِ الْأَلِيمِ
Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 36

Suuratu As-Saffat Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu

Suuratu Aayah 36/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers