As-Saffat · 55/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَاطَّلَعَ فَرَآهُ فِي سَوَاءِ الْجَحِيمِ ۝٥٥
Fattala`a fara aahu fee sawaaa`il Jaheem
📖 Afaan Oromoon
Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge
🎧 Caqasi

📜 Aayah 53-57 — As-Saffat

53أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَدِينُونَ
“Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”
54قَالَ هَلْ أَنتُم مُّطَّلِعُونَ
Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?”
55فَاطَّلَعَ فَرَآهُ فِي سَوَاءِ الْجَحِيمِ
Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge
56قَالَ تَاللَّهِ إِن كِدتَّ لَتُرْدِينِ
Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte
57وَلَوْلَا نِعْمَةُ رَبِّي لَكُنتُ مِنَ الْمُحْضَرِينَ
Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra (ibidda) seenan irraa ta’een ture.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 55

Suuratu As-Saffat Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge

Suuratu Aayah 55/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers