As-Saffat · 54/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
قَالَ هَلْ أَنتُم مُّطَّلِعُونَ ۝٥٤
Qaala hal antum muttali`oon
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 52-56 — Suuratu As-Saffat

52يَقُولُ أَإِنَّكَ لَمِنَ الْمُصَدِّقِينَ
Kan “sila ati warra (du’a booda kaafamni akka jiru) amanan irraayii?” jedhu
53أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَدِينُونَ
“Sila erga duunee biyyeefi lafee (nyaatame) taanee booda kaafamnee mindeeffamnaa?”
54قَالَ هَلْ أَنتُم مُّطَّلِعُونَ
Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?”
55فَاطَّلَعَ فَرَآهُ فِي سَوَاءِ الْجَحِيمِ
Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge
56قَالَ تَاللَّهِ إِن كِدتَّ لَتُرْدِينِ
Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
54Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 54

Suuratu As-Saffat Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin…

Suuratu Aayah 54/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers