As-Saffat · 69/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّهُمْ أَلْفَوْا آبَاءَهُمْ ضَالِّينَ ۝٦٩
Innahum alfaw aabaaa`ahum daaalleen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan abbootii isaanii jallattoota arganiiti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 67-71 — Suuratu As-Saffat

67ثُمَّ إِنَّ لَهُمْ عَلَيْهَا لَشَوْبًا مِّنْ حَمِيمٍ
Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira
68ثُمَّ إِنَّ مَرْجِعَهُمْ لَإِلَى الْجَحِيمِ
Sana booda deebiin isaanii gara ibidda jahannam ta’a
69إِنَّهُمْ أَلْفَوْا آبَاءَهُمْ ضَالِّينَ
Dhugumatti, isaan abbootii isaanii jallattoota arganiiti
70فَهُمْ عَلَىٰ آثَارِهِمْ يُهْرَعُونَ
Isaan faana isaanii irra deemu
71وَلَقَدْ ضَلَّ قَبْلَهُمْ أَكْثَرُ الْأَوَّلِينَ
Isaan duras irra baay’een ummattoota durii jallatanii jiru
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 69

Suuratu As-Saffat Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan abbootii isaanii jallattoota arganiiti

Suuratu Aayah 69/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers