As-Saffat · 68/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
ثُمَّ إِنَّ مَرْجِعَهُمْ لَإِلَى الْجَحِيمِ ۝٦٨
Summa inna marji`ahum la ilal Jaheem
📖 Afaan Oromoon
Sana booda deebiin isaanii gara ibidda jahannam ta’a

🎧 Caqasi


📜 Aayah 66-70 — Suuratu As-Saffat

66فَإِنَّهُمْ لَآكِلُونَ مِنْهَا فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Isaan ishee irraa nyaatanii garaa isaanii ishee irraa guuttatu
67ثُمَّ إِنَّ لَهُمْ عَلَيْهَا لَشَوْبًا مِّنْ حَمِيمٍ
Sana booda isaaniif (dhugaatii) bishaan danfaa irraa makametu jira
68ثُمَّ إِنَّ مَرْجِعَهُمْ لَإِلَى الْجَحِيمِ
Sana booda deebiin isaanii gara ibidda jahannam ta’a
69إِنَّهُمْ أَلْفَوْا آبَاءَهُمْ ضَالِّينَ
Dhugumatti, isaan abbootii isaanii jallattoota arganiiti
70فَهُمْ عَلَىٰ آثَارِهِمْ يُهْرَعُونَ
Isaan faana isaanii irra deemu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 68

Suuratu As-Saffat Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda deebiin isaanii gara ibidda jahannam ta’a

Suuratu Aayah 68/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers