As-Saffat · 71/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَلَقَدْ ضَلَّ قَبْلَهُمْ أَكْثَرُ الْأَوَّلِينَ ۝٧١
Wa laqad dalla qablahum aksarul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Isaan duras irra baay’een ummattoota durii jallatanii jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 69-73 — Suuratu As-Saffat

69إِنَّهُمْ أَلْفَوْا آبَاءَهُمْ ضَالِّينَ
Dhugumatti, isaan abbootii isaanii jallattoota arganiiti
70فَهُمْ عَلَىٰ آثَارِهِمْ يُهْرَعُونَ
Isaan faana isaanii irra deemu
71وَلَقَدْ ضَلَّ قَبْلَهُمْ أَكْثَرُ الْأَوَّلِينَ
Isaan duras irra baay’een ummattoota durii jallatanii jiru
72وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا فِيهِم مُّنذِرِينَ
Dhugumatti isaan keessatti dinniintota erginee jirra
73فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُنذَرِينَ
Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 71

Suuratu As-Saffat Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan duras irra baay’een ummattoota durii jallatanii jiru

Suuratu Aayah 71/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers