As-Saffat · 80/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ ۝٨٠
Innaa kazaalika najzil muhsineen
📖 Afaan Oromoon
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina

🎧 Caqasi


📜 Aayah 78-82 — Suuratu As-Saffat

78وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne
79سَلَامٌ عَلَىٰ نُوحٍ فِي الْعَالَمِينَ
Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu
80إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
81إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
82ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra kaan ni dhidhimsine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
80Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 80

Suuratu As-Saffat Aayah 80 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina

Suuratu Aayah 80/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 78–82. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers