As-Saffat · 81/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ ۝٨١
Innahoo min `ibaadinal mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 79-83 — Suuratu As-Saffat

79سَلَامٌ عَلَىٰ نُوحٍ فِي الْعَالَمِينَ
Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu
80إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
81إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
82ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra kaan ni dhidhimsine
83۞ وَإِنَّ مِن شِيعَتِهِ لَإِبْرَاهِيمَ
Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
81Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 81

Suuratu As-Saffat Aayah 81 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi

Suuratu Aayah 81/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 79–83. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers