As-Saffat · 82/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ ۝٨٢
Summa aghraqnal aakhareen
📖 Afaan Oromoon
Sana booda warra kaan ni dhidhimsine
🎧 Caqasi

📜 Aayah 80-84 — As-Saffat

80إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
81إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
82ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra kaan ni dhidhimsine
83۞ وَإِنَّ مِن شِيعَتِهِ لَإِبْرَاهِيمَ
Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi
84إِذْ جَاءَ رَبَّهُ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
82Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 82

Suuratu As-Saffat Aayah 82 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda warra kaan ni dhidhimsine

Suuratu Aayah 82/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 80–84. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers