As-Saffat · 83/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
۞ وَإِنَّ مِن شِيعَتِهِ لَإِبْرَاهِيمَ ۝٨٣
Wa ina min shee`atihee la Ibraaheem
📖 Afaan Oromoon
Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-85 — Suuratu As-Saffat

81إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
82ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra kaan ni dhidhimsine
83۞ وَإِنَّ مِن شِيعَتِهِ لَإِبْرَاهِيمَ
Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi
84إِذْ جَاءَ رَبَّهُ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)
85إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَاذَا تَعْبُدُونَ
Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 83

Suuratu As-Saffat Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi

Suuratu Aayah 83/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers