As-Saffat · 84/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
إِذْ جَاءَ رَبَّهُ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ ۝٨٤
Iz jaaa`a Rabbahoo bi qalbin saleem
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 82-86 — As-Saffat

82ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra kaan ni dhidhimsine
83۞ وَإِنَّ مِن شِيعَتِهِ لَإِبْرَاهِيمَ
Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi
84إِذْ جَاءَ رَبَّهُ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)
85إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَاذَا تَعْبُدُونَ
Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
86أَئِفْكًا آلِهَةً دُونَ اللَّهِ تُرِيدُونَ
“Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
84Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 84

Suuratu As-Saffat Aayah 84 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)

Suuratu Aayah 84/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 82–86. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers