As-Saffat · 85/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَاذَا تَعْبُدُونَ ۝٨٥
Iz qaala li abeehi wa qawmihee maazaa ta`budoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 83-87 — Suuratu As-Saffat

83۞ وَإِنَّ مِن شِيعَتِهِ لَإِبْرَاهِيمَ
Ibraahiimis hordoftoota (karaa) isaa ( Nuuh) irraayi
84إِذْ جَاءَ رَبَّهُ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)
85إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَاذَا تَعْبُدُونَ
Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
86أَئِفْكًا آلِهَةً دُونَ اللَّهِ تُرِيدُونَ
“Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii
87فَمَا ظَنُّكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Rabbii aalama hundaa irratti yaanni keessan maali?”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 85

Suuratu As-Saffat Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe

Suuratu Aayah 85/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers