As-Saffat · 96/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ وَمَا تَعْمَلُونَ ۝٩٦
Wallaahu khalaqakum wa maa ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Odoo Allaahn isiniifi waan isin dalagdanis uume jiruu.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 94-98 — As-Saffat

94فَأَقْبَلُوا إِلَيْهِ يَزِفُّونَ
(Mushrikoonni) saffisaan gara isaa gara galan
95قَالَ أَتَعْبُدُونَ مَا تَنْحِتُونَ
(Ibraahiim) ni jedhe: “sila waanuma (ofii keessanii) boccan gabbartuu
96وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ وَمَا تَعْمَلُونَ
Odoo Allaahn isiniifi waan isin dalagdanis uume jiruu.”
97قَالُوا ابْنُوا لَهُ بُنْيَانًا فَأَلْقُوهُ فِي الْجَحِيمِ
(Mushrikoonni) ni jedhan: “jaarmaya isaaf ijaaraa; ergasii ibidda boba’aa keessatti isa darbaa.”
98فَأَرَادُوا بِهِ كَيْدًا فَجَعَلْنَاهُمُ الْأَسْفَلِينَ
Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo) isaan taasifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
96Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 96

Suuratu As-Saffat Aayah 96 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo Allaahn isiniifi waan isin dalagdanis uume jiruu.”

Suuratu Aayah 96/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 94–98. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers