Sad · 57/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
هَٰذَا فَلْيَذُوقُوهُ حَمِيمٌ وَغَسَّاقٌ ۝٥٧
Haazaa falyazooqoohu hameemunw wa ghassaaq
📖 Afaan Oromoon
Kuni bishaan danfaafi malaadhaa, haa dhandhamanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Sad

55هَٰذَا ۚ وَإِنَّ لِلطَّاغِينَ لَشَرَّ مَآبٍ
Kun (kan mu’uminootaati)Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira
56جَهَنَّمَ يَصْلَوْنَهَا فَبِئْسَ الْمِهَادُ
Jahannama ishee seenantu jiraAfatichi waa fokkate
57هَٰذَا فَلْيَذُوقُوهُ حَمِيمٌ وَغَسَّاقٌ
Kuni bishaan danfaafi malaadhaa, haa dhandhamanu
58وَآخَرُ مِن شَكْلِهِ أَزْوَاجٌ
[Adabbiin] biraa fakkaataa isaa [kan duraa] ta’e gosa baay’eetu jira
59هَٰذَا فَوْجٌ مُّقْتَحِمٌ مَّعَكُمْ ۖ لَا مَرْحَبًا بِهِمْ ۚ إِنَّهُمْ صَالُو النَّارِ
Kuni garee isinii waliin ibidda seenaniidha” (maleykaan jettiin)“Simannaan gaariin isaaniif hin ta’in, isaanis (numaa waliin) ibidda seenoodha” (matootiin jedhan)
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Sad 57

Suuratu Sad Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kuni bishaan danfaafi malaadhaa, haa dhandhamanu

Suuratu Aayah 57/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers