Sad · 58/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Sad
وَآخَرُ مِن شَكْلِهِ أَزْوَاجٌ ۝٥٨
Wa aakharu min shak liheee azwaaj
📖 Afaan Oromoon
[Adabbiin] biraa fakkaataa isaa [kan duraa] ta’e gosa baay’eetu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 56-60 — Sad

56جَهَنَّمَ يَصْلَوْنَهَا فَبِئْسَ الْمِهَادُ
Jahannama ishee seenantu jiraAfatichi waa fokkate
57هَٰذَا فَلْيَذُوقُوهُ حَمِيمٌ وَغَسَّاقٌ
Kuni bishaan danfaafi malaadhaa, haa dhandhamanu
58وَآخَرُ مِن شَكْلِهِ أَزْوَاجٌ
[Adabbiin] biraa fakkaataa isaa [kan duraa] ta’e gosa baay’eetu jira
59هَٰذَا فَوْجٌ مُّقْتَحِمٌ مَّعَكُمْ ۖ لَا مَرْحَبًا بِهِمْ ۚ إِنَّهُمْ صَالُو النَّارِ
Kuni garee isinii waliin ibidda seenaniidha” (maleykaan jettiin)“Simannaan gaariin isaaniif hin ta’in, isaanis (numaa waliin) ibidda seenoodha” (matootiin jedhan)
60قَالُوا بَلْ أَنتُمْ لَا مَرْحَبًا بِكُمْ ۖ أَنتُمْ قَدَّمْتُمُوهُ لَنَا ۖ فَبِئْسَ الْقَرَارُ
(Hordoftoonnis) ni jedhu: “Isinis simannaan gaariin isiniif hin godhaminIsintu karaa kan nuuf godhee (isin hordofne).” Iddoon teessumaa waa fokkatee
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Sad 58

Suuratu Sad Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Adabbiin] biraa fakkaataa isaa [kan duraa] ta’e gosa baay’eetu jira

Suuratu Aayah 58/88 — Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Sad Caqasi, Sad Hiikkaa, Sad mp3, Sad pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers