Sad · 80/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ ۝٨٠
Qaala fa innaka minal munzareen
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiinis) “dhugumatti, ati warra tursiifaman irraayi” jedheen

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 78-82 — Suuratu Sad

78وَإِنَّ عَلَيْكَ لَعْنَتِي إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Hanga guyyaa murtiitti abaarsi kiyya sirra haa jiraatu.”
79قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
(Ibliisis) ni jedhe: “hanga guyyaa (du’a irraa) kaafamaniitti na tursiisi.”
80قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “dhugumatti, ati warra tursiifaman irraayi” jedheen
81إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ
“Hanga guyyaa yeroo beekamaatti.”
82قَالَ فَبِعِزَّتِكَ لَأُغْوِيَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
(Ibliisis) ni jedhe: “jabeenya keetiin kakadhee! Isaan hunda nan jallisa
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
80Aayah

Hiikkaa — Sad 80

Suuratu Sad Aayah 80 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiinis) “dhugumatti, ati warra tursiifaman irraayi” jedheen

Suuratu Aayah 80/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 78–82. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers